Xahaaraa fi Salaata

Xahaaraa fi Salaata

  • 最新版本
  • K Technologies

Barumsa Akkaataa Xahaaraa fi Salaataa

关于此应用程序

Salaanni utubaa islaamaati。 Salaata sadarkaan isii haalaan guddoo taate tana namni hundi barachuun dirqama。 kanuma sababeeffachuun App kana keessatti barnoota xahaaraafii salaataa bal'inaan dhiheessinee jirra。 App'n kun Afaan keenya kan Oromootiin waan qophaaweef ummanni keenya dubbisanii irraa barachuun laafaadha。 keessaayuu barattootafi namoota haaraa kara islaamummaa dhufan baay'ee faayyada。

版本 Xahaaraa fi Salaata