Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20
  • 4.5

Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20

  • 最新版本
  • K Technologies

Nashiidaalee Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa 1-20

关于此应用程序

Manzuumaa / Nashiidaa Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa qulqullina ol'aanaa qaban moosaajii kana keessaa argachuun ni danda'ama。 Kan nama gammachiisu eega yeroo tokko Appii kana下载gootanii,dhaggeeffachuuf qunnamtii interniitaa hin barbaadu(离线)irratti guutuu isaa dhageeffachuun ni danda'ama。

Mata duree Nashiidaawwan moosaajii kana keessatti qophaa'nii。

♪Arjooma Keetiinii
♪Haqiiqaa Islaamaa
♪AhmadNuuril Hudaa
♪Maqaan Kee ol taanaanii
♪Nu Badhaafte Diinii
♪拉比·萨尔·纳卡(Rabbi Sa'alNaaka)
♪Laa Shariika Lahuu
♪Keyru Kalqillaahi
♪Nutti Araarami Yaa Mootii
♪Salli wasallim Alaa Nabiyyi
♪原始的Hamdalillaahi
♪Filatamaa Taanee
♪Ashrafal Mursaliinaa
♪Manba'i Rahmatii
♪Saahibil Aayaatii
♪Astagfurullaahil Aziim

Nashiidaa Ustaaz Raayyaa walitti qabuufi bifa kanaan qopheessuf ji'a jahaa ol nu fudhateera。 Alhamdulillaah dhuma irratti milkaa'ee ummataan gahuu dandeenyee jirra。 Nashiidaa Ustaaz Raayyaa bakka 3tti qoodnee dhiheessine。

1. Nashiidaa ture(旧)Jalatti Ramadne kuni Vol。 keessatti kan qabateedha的1个汉加20。 Garuu ammaaf hanqina muraasa ni qabaa fedha Rabbiitin gara fuul-duratti itti guunna。
2. Nashiidaa haaraya(新)jalatti ramadne kuni immoo卷。 keessatti kan qabateedha的21 hanga 33。
3. Nashiidaa Ustaaz Raayyaa kan Afaan Amaariffaa卷。 keessatti kan qabateedha的1个hanga 6。

版本 Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20