Walaloo Jaalalaa
  • 3.7

Walaloo Jaalalaa

  • Latest Version
  • SHEGER-SOFT

Walaloo Jaalalaa Afaan Oromootiin

About this app

Walaloon Jaalalaa nama jaalatan tokkoof kan barreeffammuudha. Gosti walaloo jaalalaa onnee irraa kan madde ykn kan nama kofalchiisu ta’uu danda’a. Yeroo baay’ee seenaa tokko kan himu yoo ta’u, kunis miiraa fi yaada barreessaa kan ibsudha. Jaalala jechuun jireenya waliin qooddachuu, nama wal filataniif jireenya addaa ijaaruu fi wal cinaa dhaabbachuudha.

Versions Walaloo Jaalalaa