Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa
  • 4.4

Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa

  • Phiên bản mới nhất
  • Ethiomapps

Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa balinaan kan offkessatti qabate.

Giới thiệu về ứng dụng này

Hunda dura faaruun tan Rabbii guddaati, kitaaba kana akkan qopheesu kan itti na kaasee naaf laaffise. Aqqateena beekkumsa aa Duuba anis kitaaba xiqqaa fa Dubbiin akkuma Sheek Mikaa họi Husseen manzuumaa isaa keessatti ja họ
Fedhiin quá Muslimtoon haa nếu baruu Hồi Rabbiin kitaaba kanarraa warra fayyadamu nu haa godhu, akkuma Afaan Arabaatiin irra fayyadamanitti.
 Kitaaba kana yeroon qopheesu warra yaadaan na caana MuhammadKamaal Iisaa (Ifaa Diina Islaamaa) fi Sheek Abdurahman Shariif Ali, Abu keessan Rabbiin galata keessan jannata haa godhu. Dhumarratti wanniin ja
Ammas ani hiikkaan kitaaba kanaa dogongorra irraa qulqulli yaada ja (uu
Namni kitaaba kana dubbiftan akka araaramaa fi Rahmata Rabbii naaf kadhatan isin gaafadha.
Rabbiin warra haqaaf tumsu nu haa godhu.
Nagaya fi Faaruun Ergamaa isaa Muhammad iratti haa jiraatu.
Jaafar Bayaan
Walumaa galattii kitabichii wa'ee Maqaa fi Sifaa Rabii ilaalchisee Quraanaa fi Hadiisaan qofaa deebii gahaa nuuf kan laatu dha. Rabbiin waan dubbisneen ittii fayyadamaa nuu haa godhu.

Phiên bản Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa