English Afaan Oromo Dictionary
  • 4.6

English Afaan Oromo Dictionary

  • Phiên bản mới nhất
  • Orosoft Tech

Từ điển tiếng Anh Afaan Oromoo hoàn toàn ngoại tuyến với 70 nghìn từ.

Giới thiệu về ứng dụng này

Từ điển Orooroo!

Kuusjecha kanaan walumaa gala jechoonni akka jechaatti hikaman jechoota kuma jaatamii jahaa oliidha.
.
Haa ta'u malee faraja/bản dịch là isaa duukaa wal qabatee jechoonni nuti fayyadamne kuma dhibba sadii olidha. Dimshaashatti guddina Afaanichaaf shoora olaanaa qaba jennee yaanna.
.
Galmeen jechootaa kun namoota Afaan Oromoo barachuu barbaadanif gumaacha guddaa ni taasisa. Akkasumas barnoota babalisuuf, qunnamtii ummataa cimsuuf, saayinsiii fi teeknooloojii tamsaasuufis gaheen inni qabu salphaa miti.
.
Fuulduree/Tương lai
Ammaaf hojiin hojjenne kun gama ứng dụng Android Dikshinarii Afaan Oromootiin gumaacha guddaa godheera jennee yaanna. Ta'uus garuu kun hanga safara guddina uummatichaa fi qooqichaan gahaadha jennee hin yaannu.
Kanaafuu ammas itti fufuun hojii kana qabiyyee isaanis ta'ee qulqullina isaan babaldhisnee akka hojjennu ofiif waadaa đã thấyuu barbaanna.


Từ điển Orooroo.

Phiên bản English Afaan Oromo Dictionary