Tafsira Quraanaa Dr Mohammad R
  • 4.5

Tafsira Quraanaa Dr Mohammad R

  • Latest Version
  • Ethiomapps

Tafsiira Quraanaa Dr.Muhammad Rashaad (Rabbii Rahamataa Haa’a Godhuufi)

About this app

Tafsiira Quraanaa Afaan Oromoo Barreessan Tafsiira kanaa Dr.Muhammad Rashaad Kabiir Abdullee(Rabbii Rahamataa Haa’a Godhuufi)

Tafsiira Quraanaa Yeroo jalqabaaf maxxanfamee bahee yeroo ta’uu ammas yeroo ammaa kanattii yeroo jalqabaaf Applikeeshini kan isiin biraa gahuu dha.Koopiirayitii nuuf eyyaammuun toora feesbukan Khalid Rashaad yeroo ta’uu Rabbiin jazaa kee jannataan sii haa kennu jennaa.Haaluma walfakkaatuun looqoda harargeen alattii Tafsiraa Barreefamee jiruu isiif basuuf yaalaa waan jiruuf obsaan nuu eegaa. Nutii Rabbiin nurraa haa qeebaluu jechaa du’aii kessaan isiin gaffanna.Waaluma gallatti Tafsiira kana haalaa bayyee bareedaan qophessinee isiif dheysinee jirraa du’ii kessaniin nuun irranfatina.

Versions Tafsira Quraanaa Dr Mohammad R