Maqaalee Rabbii 99

Maqaalee Rabbii 99

  • Versão mais recente
  • K Technologies

Maqaalee Rabbii 99 fi Hiikkaa isaanii waliin

Sobre este aplicativo

Maqaaleen Rabbii sharpya hundi babbareedoo fi amaloonni (sifaanni) Isaa hundii sifaata gugguutuu ta'aniidha. Namni kanniin hunda hubachu kan danda'u, maqaalee fi sifaata barachuuf yoo tattaafateedha.

Imaamu ibn Al-Qayyim (rahimahullahu) ni jedha: “Karaa maqaalee fi sifaatatin gara Rabbii deemun dhimma ajaa’iba ta’eedha. Namni maqaalee fi sifaata Rabbii beeke, warroota garmalee ifaajan baay'ee dursa. Rakkoo guddaa osoo hin arginii fi biyya isaa keessaa osoo hin bahini fi hin raata'in [gammachuu barbaadu] argata.

Versões Maqaalee Rabbii 99