Gorsa Afurtama

Gorsa Afurtama

  • Versão mais recente
  • K Technologies

Gorsa Afurtama kan ittiin mana sirreessan

Sobre este aplicativo

App kana keessatti gorsa afurtama (40) kan ittiin mana sirreessan kan mana hundaaf haalaan barbaachisaa taheetu qophaayee jira.

Yaa nama gaarii dubbiftu! deebiin kee kunooti. Gorsa sagantaa kanaan wal ilaallatutu jira; Rabbiin ittiin fayyaduufi qabsoon ilmaan Islaamaa bifa haaraadhaan ergaa mana Muslimaa haaromsuu kaasee erguutu kajeelama.

Gorsoonni kun waa lama irra naanna'a: wantoota bu'a qabeessa argamsiisuudha; inni immoo gaariitti ajajuudha. Yookiin immoo badii dhabamsiisuudha; inni immoo waan dorgamaa ta'e deemsisuudha.

Versões Gorsa Afurtama