Hadiisa Filatamaa 80

Hadiisa Filatamaa 80

  • 最新バージョン
  • K Technologies

Hadiisa Filatamaa 80 fi Seenaa Sahaabota Odeessanii.

このアプリについて

Barnoota buu'uraa kan islaamaa barachuun Muslima hundarratti diqama cimaadha. Kuni ammoo hadiisa nabii s.a.w barachuudhaan taha. Akkasuma App'n kun Afaan kenya kan Oromootin waan dhihaateef ummanni kenya dubbisanii irraa barachuun laafaadha. keessaafuu barattoota kenya haalaan faayyada jenneeti abdii goona. App'n kun Hadiisa Filatamaa 80 fi Seenaa sahaabota odeessanii gabaabinaan of keessatti qabatee jira.

バージョン Hadiisa Filatamaa 80