Oromo Islamic Books
  • 4.4

Oromo Islamic Books

  • Versi Terbaru
  • K Technologies

Kitaabban Amantii Islaamaa Nama Barsiisan fi Hubachiisan

Tentang aplikasi ini

Moosaajin kun Kitaabban Afaan Oromootin Amantii islaamaa Nama barsiisan fi hubachiisan hedduu kan dari keessatti qabateedha. Namni fedhii dubbisuu qabu kamuu Unduh godhee itti faayyadamuu ni danda'a.

Kitaabota Moosajii kana keessatti argaman keessaa muraasa:

● Aqiidaa Tee Qabadhu
● Azkaarii Hisnul Muslim
● Barnoota Salaataa
● Barnoota Dubartii Muslimaatif
● Aqiidaa Ahlusunnah Wal Jamaa'aa
● Ergaa Tokko Qofa!
● Hundee Afran
● Zakaa fi Soomana
● Seera Hajjii fi Umraa
● Qeesichaa fi Sheekicha
● Tafsiira Juuz Ammaa fi Tabaarakaa

Kanneen malee Kitaabonni birootis keessatti ni argamu .. isiniis kitaabota Moosaajii kana irratti nuuf haa dabalamuu jettan Karaa teessoo keenyatiin nuun gahuu dandeessu.

Kita tahu kapa kan walitti qabee bifa kanaan qopheesse obboleessa keessan abdulwasi dha. Barreessitoonni kitaabaa hundi Galata qabu. Rabbi Mindaa keessan isiniif haa deebisuu Jazakamullaahu Keyran

Versi Oromo Islamic Books