Mammaaksa Afaan Oromoo
  • 4.5

Mammaaksa Afaan Oromoo

  • Versi Terbaru
  • SHEGER-SOFT

Mammaaksa Afaan Oromoo - Amsal Bangsa Oromo

Tentang aplikasi ini

Hawaasni Oromoo dubbii ergaa guddoo qabdu dabarfachuufi gabaabsee fixuuf mammaaksatti dhimma baha. Yeroo baay’ee manguddoonni araarsufis ta’ee marii hawaas-dinagdee addaaf yoo walga’an yaada isaanii gadi fagessanii garuu osoo dubbii hindheeressin ibsachuuf mammaaksatti dhimma bahu.

Mammaaksa Mosaajii kana keessatti argaman keessaa muraasa:

“Abbaan iyyatu malee ollaan hin birmatu”
“Abbaan daadhii dhugeef ilma afan hin urgaayu”
“Afaan gaariin afaa gaarii caala”
“Abbaa hin qabduu akaakayyuuf boochi”
“Abbaan cabsaa ofitti hin xiqqeessu”
“Bakka oolan irra bakka bulan wayya”
“Balaliitee balaliitee Allattiin lafa hin hanqattu”
“Bara bofti nama nayaate lootuun nama kajeelti”
“Bara dhibee bishaan muka namatti yaaba”
“Citaa tokko luqqaasaniif manni hin dhimmisu”
“Cubbuun bishaanii Harka buleen nama nyaachisa”
“Cabsituun tulluu amaaraatiin giraancee jetti”
“Dhabaaf malee sombi kan sareeti”
“Dhiira jirtuu dhiirummaa hin dhuunfatan”
“Dhiirsaa fi Niitiin muka tokko irraa muramu”
“Erga waraabessi darbee sareen dutti”
“Eeboo darbatanii jinfuu hin qabatan”
“Fagaatan malee mi'aa biyyaa hin beekan”
“Gamna gowwoomsun jibba dabalachuudha”
“Ganamaan bahanii Waaqa jalaa hin bahani”

Versi Mammaaksa Afaan Oromoo