Arkaana iimaanaa (Utubaalee)

Arkaana iimaanaa (Utubaalee)

  • Versi Terbaru
  • K Technologies

Arkaana ykn Utubaalee iimaanaa jahan

Tentang aplikasi ini

Iimaanaa dabalachuuf ni carraaqna. Garuu ma'anaa (hiika) isaa ni beeknaa? Dhugumatti, iimaanaa jechuun maal jechuudhaa? Iimaanni qalbii qofa irratti daangeeffamuu danda'aa? Namni hiika iimaanaa madda sirrii irraa yoo beeke fi hojii irra oolche, jireenya gammachuu fi mi'aawa jiraata. Sababni isaa, namni mi'aa iimaanaa argate, jireenya tasgabboofte jiraataa. Mi'aa iimaanaa dhandhamuuf hiika isaa beeku fi hojii irra oolchuf tattaafachuu qabnaa miti ree?

Maarree kanuma sababeeffachuun moosaajii bilbila harkaa Utubaalee ykn Arkaana iimaanaa jahan (6) bal'inaan ibsu isiniif dhiheessinee jirra. Rabbiin warra irraa baratee wal barsiisuu isin haa taasisuu.

Versi Arkaana iimaanaa (Utubaalee)