Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa
  • 4.4

Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa

  • Dernière version
  • Ethiomapps

Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa balinaan kan offkessatti qabate.

À propos de cette application

Hunda dura faaruun tan Rabbii guddaati, kitaaba kana akkan qopheesu kan itti na kaasee naaf laaffise. Xiqqeenya beekkumsa kiyyaatii wajjiin Kitaaba Aaqiidatul-waasixiyyaa kana Afaan Oromootti akkan hiiku wanni itti na kaase, duula Aaqiidaa Islaamaa balleessuu, kan tuutti Ahbaasha ja’amtu bitiya ki aqiidaa Islaamaa tan dhugaa akka baratanii ifiirraa dura dhaabbattan yaadeti, hanga dandeetti kiyyatti, warri beekkumsa qaban hedduun na dura hojjii gurguddoo hojjataa jiran ammooo gama kitaabahaa kaaba Duuba anis kitaaba xiqqaa faayidaa guddaa qabu kana Rabbiin gargaarsifadhee, hiikkaa fi ibsa Isaa Afaan Oromootiin barreessuuf tattaafi godheetin jira, akka namni Afaan kana dubbisuu danda’u irraa fayyadameoo namayu fayyadamee namoot. Dubbiin akkuma Sheek Mikaa’iil Husseen manzuumaa isaa keessatti ja’e: Gama yaada kooti hogguun dabaruu Rakkoo diin Islaam dadhabe sabaruu Na dursees nama hedduu yaale garuu Anis waa Isaanirra hin caaluu garuuuu garu
Fedhiin trop Muslimtoon haa si baruu ... Rabbiin kitaaba kanarraa warra fayyadamu nu haa godhu, akkuma Afaan Arabaatiin irra fayyadamanitti.
 Kitaaba kana yeroon qopheesu warra yaadaan na cinaa dhaabbattan hunda galatoomfachuu fedha, keessaa ammo akka addatti sheeka kiyya sheek Muhammad Waadoo, obbollessa kiyya Muhammad Ahmad (looshee) qabeenyaa fi yaadaan kaaa ka Kaa MuhammadKamaal Iisaa (Ifaa Diina Islaamaa) fi Sheek Abdurahman Shariif Ali (Abuu Sumayyaa), bilbilaan gaafii tiyya naaf deebisaa kan turan Sheek MuhamadSaanii (jawwaabaa) fi Sheek Zabuur dhumarratti haadha haaaaaaaaaaaaaa Keessan Rabbiin galata keessan jannata haa godhu. Dhumarratti wanniin ja’u hiikkaa kitaaba kanaa keessatti Afaan Oromoo kaniin beekun barreesse, Akkuma Afaan biroo keessatti loqodni adda addaa jiru, Oromiffaanis loqoda adda addaa qaba, kuni guddina Afaan sana agi
Ammas ani hiikkaan kitaaba kanaa dogongorra irraa qulqulli yaada ja’u hin qabu, kanaaf namni dogongora arge, yoo sirreesee na beeksise nin galatoomfadha.
Namni kitaaba kana dubbiftan akka araaramaa fi Rahmata Rabbii naaf kadhatan isin gaafadha.
Rabbiin warra haqaaf tumsu nu haa godhu.
Nagaya fi Faaruun Ergamaa isaa Muhammad irratti haa jiraatu.
Jaafar Bayaan
Walumaa galattii kitabichii wa'ee Maqaa fi Sifaa Rabii ilaalchisee Quraanaa fi Hadiisaan qofaa deebii gahaa nuuf kan laatu dha. Rabbiin waan dubbisneen ittii fayyadamaa nuu haa godhu.

Versions Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa