Hisnul Muslim Afaan Oromoo
  • 4.2

Hisnul Muslim Afaan Oromoo

  • Dernière version
  • K Technologies

Hisnul Muslim Afaan Oromoo Kitaaba Azkaaraa

À propos de cette application

Hisunul Muslim kitaaba Azkaara Afaan Oromoo kan bilbila (mobaayila) harkaaf hojjatameedha. Du'aa fi Zikiriilee yeroo adda addaatti jedhaman bifa ammayyaawaan kan de keessatti qabateedha. Hisnul Muslim Afaan Oromoo buufadhaa itti faayyadamaa.

● Zikrii Ganamaafi Galagalaa
● Yeroo Huccuu uffatan
● Yeroo Wuduu'a godhatan
● Yeroo Masjiida deeman, Yeroo vu un fi Yeroo bahan.
● Yeroo Mana fincaanii vuanifi bahan
● Yeroo Hirriiba
● Yeroo Aazaanaa
● Yeroo Salaataa
● Yeroo Qur'aanaa
● Wayita Rakkoo
● Du'aa'ii Ijoolleedhaf
● Dhukkubsataa
● Du'a / Janaazaa
● Qilleensa / Rooba
● Soomaafi Baatii
● Nyaataaf Dhugaatii
● Fuudhaaf Heeruma
● Hajjii fi Umraa
● Axxiffoo
● Imala fi kkk .. de keessaa qaba.

Versions Hisnul Muslim Afaan Oromoo