Akkaataa Salaata Nabiyyii
  • 4.6

Akkaataa Salaata Nabiyyii

  • Dernière version
  • K Technologies

Akkaataa Salaata Nabiyyii (saw)

À propos de cette application

Akkaataa Salaata Nibiyyichaa sirna Wuduu'aa waliin qophaaye. Barumsa gabaabduu sirna salaata Ergamaa Rabbii (saw) ibsuudhaaf qophaayedha. Gara Muslimaafi Muslimtittii hundaatti dhiheessuun fedhe.

Kunis akka namni argu hunduu salaata keessatti Nabiyyichatti (scie) hidhachuudhaaf qabsaa'uufi. Ergamaan Rabbii (saw) ni jedhan : "akka anaa salaatuu na argitanitti salaataa." Bukhaariitu gabaase.

Versions Akkaataa Salaata Nabiyyii