Fayyaa Oromoo

Fayyaa Oromoo

  • Latest Version
  • SHEGER-SOFT

Fayyaa Oromoo - Fayyaan Faaya

About this app

Fayyaan dhibee garaa garaa irraa bilisa ta’uudha. Dhibeen kunneen sababaa garaagaraatiin kan nama qabu yoo ta’u of-eeggannoon namni tokko fayyaa qabaachuuf godhu murteessaadha. Namni fayyaa ta’uuf fayyaan maal akka ta’e hubatee yoo dursee itti yaade carraan fayyaa ta’uu isaa warra fayyaan maal akka ta’e itti hin yaadne irraa wayya.

Fayyaa ta’uuf nyaata filachuun, sproortii hojjachuun, ulfina qaama ofii eeguun, dhugaatii alkoolii dhiisanii bishaan dhuguu, tamboo xuuxuu dhiisuun dhibee garaagaraatif saaxilamuu irraa nama baraara. Kanaafuu; Fayyaa Oromoo buufadhaa.

Versions Fayyaa Oromoo