English Afaan Oromo Dictionary
  • 4.6

English Afaan Oromo Dictionary

  • Última versión
  • Orosoft Tech

Un diccionario Afaan Oromoo en inglés completamente fuera de línea.

Acerca de esta aplicación

Kuusjechi kun hiika jechootaa Inglés gara Afaan Oromoo kuma digdamii shanii ol hiikee, akkasumas jechoota Afaan Oromoo gara Inglés jechoota kuma digdamii shanii ol hiikee kan de keessatti qabate dha. Walumaamaa gala jechoonni akka jechaatti walitti qabaman jechoota kuma shantamaa olidha jechuudha.
.
Haa ta'u malee farajni/traducción isaa duukaa wal qabatee jechoonni nuti fayyadamne kuma dhibba lamaa fi kuma digdamii lamaa olidha. Dimshaashatti guddina Afaanichaaf shoora olaanaa qaba jennee yaanna.
.
Galmeen jechootaa kun namoota Afaan Oromoo barachuu barbaadanif gumaacha guddaa ni taasisa. Akkasumas barnoota babalisuuf, qunnamtii ummataa cimsuuf, saayinsiii fi teeknooloojii tamsaasuufis gaheen inni qabu salphaa miti.

Diccionario Orooroo!

Versiones English Afaan Oromo Dictionary